Createa free cards
Searchmade ecards
Wishesbase wishlist

BvGuyyaa 16/6/2027

Ads
BvGuyyaa 16/6/2027
Create a similar
Send a card


Zbieramy na nowe darmowe kartki!

The content of the card
Eebbaa Barattoota Markaza Imaamul Bukaarii
bvGuyyaa 16/6/2027
Obbo/Aaddee__________________________________________________________tiif

Maqaa Rabbi akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetii Assalaamu aleykum warahmetullahi wabarakaatuhuu duraan dursinee nageenyi keenya kan kabajaa isin haa gahu jechaa gaafa guyyaa dilbataa 17/06/2017 tti waamicha maatii eebba barattootaa shahaadaa kennuu fii walirraa fuudhuu waan gaggeeffamuuf akka maatii keessan wajjiin sa’aatii 2:30 tti iddoo markaazaatti akka nuuf argamtan kabajaadhaan isin gaafanna.
Similar cards
Inspirations
Cordially invite you and your family toJEMPUTAN KE MAJLIS TAHLIL & KESYUKURANShreya Reddy KolaGuru Angad Dev Gurudwara JiOn Monday 22nd May 2023
Statistics Created today: 14 Created yesterday: 15 Created 7 days: 87 Created 30 days: 293 All ecards: 360311
Copyright by CreateGreetingCards.eu